-
Lakkoofsa 26:7-9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kanneen kun maatiiwwan Ruubenotaa turan; isaan keessaa kan galmeeffaman walumaa galatti 43,730 turan.+
8 Ilmi Paaluu Eeliyaab ture. 9 Ilmaan Eeliyaab Nemuʼel, Daataanii fi Abiraam turan. Daataanii fi Abiraam kun bakka buʼoota yaaʼichaa warra yeroo gareen Qoraa+ Yihowaa loletti+ isaanii wajjin taʼuudhaan Musee fi Aaroniin lolan+ sana turan.
-