2 Ximotewos 2:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Haa taʼu malee, buʼuurri Waaqayyoo inni jabaan akkuma dhaabbatetti jira; chaappaan, “Yihowaan* warra kan isaa taʼan beeka”+ jedhuu fi “Maqaa Yihowaa* kan waammatu+ hundi jalʼina irraa haa fagaatu” jedhu isa irratti godhameera.
19 Haa taʼu malee, buʼuurri Waaqayyoo inni jabaan akkuma dhaabbatetti jira; chaappaan, “Yihowaan* warra kan isaa taʼan beeka”+ jedhuu fi “Maqaa Yihowaa* kan waammatu+ hundi jalʼina irraa haa fagaatu” jedhu isa irratti godhameera.