12 Ibiddichi iddoo aarsaa irratti bobaʼuu isaa ittuma fufa. Dhaamuu hin qabu. Lubichis yeroo hundumaa ganama ganama achi irratti qoraan haa bobeessu;+ aarsaa gubamu sanas isa irratti tarree galchee haa naqu; coomni aarsaa gamtaa sunis achi irratti akka aaru haa godhu.+