-
Baʼuu 34:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Achiis Museen Gaara Siinaa irraa gad ni buʼe; gabateewwan Dhugaa Baatuu lamaan sunis harka isaa irra turan.+ Yommuu gaaricha irraa gad buʼus, Waaqayyoo wajjin dubbachuu isaatiin kan kaʼe, fuulli isaa calaqqisaa akka ture hin beekne.
-