-
Lakkoofsa 10:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Itti aansuudhaan buufanni garee Efreem inni gosoota sadii qabate akka garee garee isaatti kaʼee ni deeme; Elishaamaan+ ilmi Amihuud ajajaa garee sanaa ture.
-