-
Baʼuu 13:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Harree jalqaba dhalate hundumaa hoolaadhaan furi; yoo furuu baatte garuu morma isaa cabsi. Ilmaan kee keessaa isa angafa taʼe hundumaa furi.+
-