-
Leewwota 27:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Nama umuriin isaa jiʼa tokko irraa jalqabee hamma waggaa shanii taʼeef, dhiira yoo taʼe gatiin isaaf shallagamu meetii sheeqilii shan, dubartii yoo taate immoo meetii sheeqilii sadii taʼa.
-