-
Lakkoofsa 26:62, 63Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
62 Dhiironni umuriin isaanii jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼee galmeeffaman hundi walumaa galatti 23,000 turan.+ Israaʼelota gidduutti dhaalli akkamii iyyuu waan isaaniif hin kennamneef,+ isaan Israaʼelotaa wajjin hin galmeeffamne.+
63 Kanneen kun warra Musee fi Eleʼazaar lubichi yeroo gammoojjii Moʼaab isa Yerikoo gamatti, Yordaanos biratti argamu keessatti Israaʼelota galmeessanitti galmaaʼan sana dha.
-
-
Keessa Deebii 10:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Leewwiidhaaf obboloota isaa wajjin gaʼee yookin yookiin dhaalli kan hin kennamne kanaafi. Akkuma Waaqni kee Yihowaan isatti himetti, gaʼeen isaa Yihowaa dha.+
-