38 “Yommuu Leewwonni kudhan keessaa tokko fudhatan, lubichi ilmi Aaron Leewwotaa wajjin taʼuu qaba; Leewwonni immoo kudhan keessaa tokko isa argatan keessaa, kudhan keessaa tokko gara mana Waaqa keenyaatti,+ gara kutaawwan mana kuusaatti geessuu qabu.