Lakkoofsa 15:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Oomisha keessan isa jalqabaa keessaa daakuu* isa jalqabaa+ irraa maxinoo bifa amartiitiin tolfame buusii godhaatii kennaa. Buusii kanas akkuma buusii oobdii dhiheessitanitti dhiheessaa.
20 Oomisha keessan isa jalqabaa keessaa daakuu* isa jalqabaa+ irraa maxinoo bifa amartiitiin tolfame buusii godhaatii kennaa. Buusii kanas akkuma buusii oobdii dhiheessitanitti dhiheessaa.