LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 11:31, 32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Uumamawwan lafa irra yaaʼan kun isiniif xuraaʼoo dha.+ Namni raqa isaanii tuqe kam iyyuu hamma galgalaatti xuraaʼaa taʼa.+

      32 “‘Miʼa mukaa, uffata, gogaa yookiin keeshaa dabalatee wanti raqni isaanii irra buʼe kam iyyuu xuraaʼaa taʼa. Miini faayidaa irra oolu kam iyyuu bishaan keessa liccifamuu qaba; innis hamma galgalaatti xuraaʼaa taʼa; sana booda qulqulluu taʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi