Lakkoofsa 19:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “‘Namni qulqulluu taʼe tokkos daaraa saʼa+ sanaa walitti qabee buufatichaa ala bakka qulqulluu taʼe tokkotti ni tuula; yaaʼiin Israaʼelis bishaan qulqulleessuuf oolu+ sana qopheessuuf daaraa sana ni kaaʼa. Kun aarsaa cubbuu ti.
9 “‘Namni qulqulluu taʼe tokkos daaraa saʼa+ sanaa walitti qabee buufatichaa ala bakka qulqulluu taʼe tokkotti ni tuula; yaaʼiin Israaʼelis bishaan qulqulleessuuf oolu+ sana qopheessuuf daaraa sana ni kaaʼa. Kun aarsaa cubbuu ti.