-
Lakkoofsa 13:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Kanaafuu, isaan Qaadesh+ ishii lafa onaa Phaaraan keessatti argamtutti gara Musee, gara Aaronii fi gara guutummaa yaaʼii Israaʼelitti deebiʼan. Isaanis guutummaa yaaʼichaatiif oduu fidanii dhufan; akkasumas firii biyyattii isaanitti argisiisan.
-
-
Lakkoofsa 20:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Sabni Israaʼel, jechuunis guutummaan yaaʼichaa Qaadesh keessaa baʼee gara Gaara Hoor ni dhufe.+
-
-
Lakkoofsa 33:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Sana booda Eexiyoon Geber keessaa baʼanii lafa onaa Ziin+ keessa, jechuunis Qaadesh keessa buufatan.
-