Baʼuu 17:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Guutummaan yaaʼii Israaʼel akka ajaja Yihowaan kennetti+ bakka adda addaa buufachaa lafa onaa Siin+ keessaa baʼanii deeman; achiis Refiidim keessa buufatan.+ Haa taʼu malee, sabichi bishaan dhugu hin qabu ture.
17 Guutummaan yaaʼii Israaʼel akka ajaja Yihowaan kennetti+ bakka adda addaa buufachaa lafa onaa Siin+ keessaa baʼanii deeman; achiis Refiidim keessa buufatan.+ Haa taʼu malee, sabichi bishaan dhugu hin qabu ture.