LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 7:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Tokkoon tokkoon isaanii uleewwan isaanii yeroo darbatan, uleewwan sun bofa guguddaa taʼan; uleen Aaron garuu uleewwan isaanii ni liqimse.

  • Baʼuu 7:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Aaroniin akkana jedhi: ‘Isaan gara dhiigaatti akka jijjiiramaniif, ulee kee fudhadhuutii bishaanota,+ lageen, boʼoowwan,* caffeewwanii+ fi haroowwan Gibxii hundumaa irratti harka kee diriirsi.’ Bishaanota miʼawwan mukaa fi miʼawwan dhagaa keessa jiran dabalatee bishaanonni biyya Gibxii keessatti argaman hundi dhiiga ni taʼu.”

  • Lakkoofsa 17:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Gungummiin isaan ana irratti gunguman akka dhaabbatuuf, akkasumas isaan akka hin duuneef, ilmaan fincilaa+ sanaaf mallattoo akka taʼuuf+ ulee Aaron+ deebisiitii Dhugaa Baatuu sana dura kaaʼi” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi