LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 1:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaafuu, hojii cimaadhaan isaan cunqursuuf, ajajjoota hojii dirqamaa hojjechiisan isaan irratti muudan;+ isaanis Faraʼooniif magaalota midhaanii fi miʼawwan itti kuufaman warra Phiitomii fi Raamsees+ jedhaman ijaaran.

  • Baʼuu 1:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Dhoqqee suphee isaan bukeessisuudhaan, xuubii hojjechiisuudhaan, hojii garbummaa hundumaas maasii keessatti isaan hojjechiisuudhaan, hojii cimaadhaan jireenya isaanii isaanitti hadheessan. Eeyyee, isaan hojii garbummaa hundumaatiin haala rakkisaa taʼe keessatti akka dhamaʼan godhan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi