-
Abbootii Murtii 11:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Achiis Israaʼelonni, “Maaloo, biyya kee keessa akka darbinu nuuf heyyami” jedhanii gara mootii Edoomitti+ ergamtoota ergan; mootiin Edoom garuu isaan hin dhageenye. Isaan gara mootii Moʼaabittis+ dhaamsa ni ergan; garuu innis tole hin jenne. Kanaafuu, Israaʼelonni Qaadesh+ keessa jiraachuu isaanii itti fufan.
-