Lakkoofsa 33:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Achiis Israaʼelonni biyya Gibxii keessaa baʼanii waggaa 40ffaa isaatti, waggicha keessaa jiʼa shanaffaatti, jiʼicha keessaa immoo guyyaa jalqabaatti Aaron lubichi ajaja Yihowaatiin Gaara Hooritti ol baʼee achitti ni duʼe.+ Keessa Deebii 32:50 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 50 Akkuma obboleessi kee Aaron Gaara Hoor irratti duʼee+ gara saba isaatti walitti qabame, atis gaara itti ol baʼuuf jettu kana irratti duutee gara saba keetti walitti qabamta;*
38 Achiis Israaʼelonni biyya Gibxii keessaa baʼanii waggaa 40ffaa isaatti, waggicha keessaa jiʼa shanaffaatti, jiʼicha keessaa immoo guyyaa jalqabaatti Aaron lubichi ajaja Yihowaatiin Gaara Hooritti ol baʼee achitti ni duʼe.+
50 Akkuma obboleessi kee Aaron Gaara Hoor irratti duʼee+ gara saba isaatti walitti qabame, atis gaara itti ol baʼuuf jettu kana irratti duutee gara saba keetti walitti qabamta;*