LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 6:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Aaron Elishebaa ishii intala Aminaadaabii fi obboleettii Naʼaasoon+ taate ni fuudhe. Ishiinis Naadaab, Abihuu, Eleʼazaarii fi Itaamaariin isaaf ni deesse.+

  • Lakkoofsa 4:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Eleʼazaar+ ilmi Aaron lubichaa zayitii ibsaa,+ ixaana urgaaʼu,+ aarsaa midhaanii isa yeroo hundumaa dhihaatuu fi zayitii dibataa+ sana ol aantummaadhaan toʼachuu irratti itti gaafatamummaa qaba. Inni iddoo qulqulluu fi miʼawwan isaa dabalatee, guutummaa godoo qulqulluu sanaa fi wanta achi keessa jiru hundumaa ol aantummaadhaan ni toʼata.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi