-
Keessa Deebii 34:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Namoonni Israaʼelis gammoojjii Moʼaab keessatti guyyaa 30f Museedhaaf ni booʼan.+ Achiis guyyaan Museedhaaf itti booʼamuu fi itti gaddamu ni xumurame.
-