Lakkoofsa 20:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Iddoo hamaa kanatti nu fiduuf Gibxii keessaa kan nu baastan maaliifi?+ Lafa sanyii itti facaafannu, akkasumas lafa harbuu, muka wayinii fi romaanii itti dhaabbannu hin qabnu; bishaan dhugnus hin qabnu.”+
5 Iddoo hamaa kanatti nu fiduuf Gibxii keessaa kan nu baastan maaliifi?+ Lafa sanyii itti facaafannu, akkasumas lafa harbuu, muka wayinii fi romaanii itti dhaabbannu hin qabnu; bishaan dhugnus hin qabnu.”+