Yohaannis 3:14, 15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Akkuma Museen lafa onaa keessatti bofa fannise,+ Ilmi namaas fannifamuu qaba;+ 15 kunis, isatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi.+
14 Akkuma Museen lafa onaa keessatti bofa fannise,+ Ilmi namaas fannifamuu qaba;+ 15 kunis, isatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi.+