LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 21:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Achii baʼanii naannoo Arnoon+ isa lafa onaa hamma daangaa Amoorotaatti fagaatu keessatti argamu keessa buufatan; sababiin isaas, Arnoon daangaa Moʼaab ishii Moʼaabii fi Amoorota gidduutti argamtu dha.

  • Keessa Deebii 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Ruubenotaa fi Gaadotaaf+ immoo Giiliyaad irraa jalqabee hamma Sulula* Arnoonitti nan kenne. Walakkaan sululichaas daangaa isaa ture. Kana malees hamma Yaaboq, jechuunis hamma sulula daangaa Amoonotaa taʼe sanaatti,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi