-
Iyyaasuu 13:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Akkuma Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe isaaniif kennetti, Ruubenonnii fi Gaadonni gosa walakkaa isa hafee wajjin dhaala isaanii isa Museen Yordaanos irraa kallattii bahaatiin isaaniif kenne fudhataniiru:+ 9 Aroʼer+ ishii qarqara Sulula* Arnoonitti+ argamtu, magaalaa ishii walakkaa sululichaa keessatti argamtuu fi guutummaa lafa diriiraa* Medebaa hamma Diboonitti;
-