LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 24:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis Baalaaq ilmi Ziphoor inni mootii Moʼaab taʼe kaʼee Israaʼel irratti waraana bane. Kanaafuu, inni akka isin abaaruuf Balaʼaam ilma Beʼoriin ni waame.+

  • Abbootii Murtii 11:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Ati Baalaaq+ ilma Ziphoor, mootii Moʼaab irra ni caaltaa ree? Inni Israaʼeliin morkatee yookiin isaan irratti waraana banee beekaa?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi