LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 31:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Isaanis akkuma Yihowaan Musee ajajetti Miidiyaan irratti waraana ni banan; dhiira hundumaas ni ajjeesan. 8 Warra ajjeefaman kaan malees, mootota Miidiyaan shanan jechuunis Eewii, Reeqem, Zuur, Huurii fi Reebaa ni ajjeesan. Balaʼaam+ ilma Beʼoriinis goraadeedhaan ni ajjeesan.

  • Iyyaasuu 13:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis Museen akka maatii maatii isaaniitti gosa Ruubenotaatiif dhaala ni kenne;

  • Iyyaasuu 13:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 magaalota lafa diriiraa hundumaa, akkasumas bulchiinsa Sihoon mootii Amoorotaa isa Heshboon+ keessatti bulchaa ture sanaa hundumaa ture. Museenis isaa+ fi geggeessitoota Miidiyaanotaa kan taʼan Eewii, Reeqem, Zuur, Huurii fi Reebaa+ warra tajaajiltoota* Sihoon taʼanii fi biyyattii keessa jiraachaa turan sana ni moʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi