17 Achiis Eelsaaʼi, “Yaa Yihowaa, akka inni arguuf, maaloo ija isaa isaaf bani”+ jedhee kadhate. Yihowaanis yeruma sana ija tajaajilaa sanaa ni bane; innis ni arge; kunoo, fardeenii fi gaariiwwan fardaa ibiddaa+ Eelsaaʼitti marsanii naannoo gaarotaa sana guutanii turan.+