LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 22:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Harreen sun maleekaan Yihowaa goraadee luqqifame harka isaatti qabatee daandii irra dhaabbachuu isaa yommuu argitu, karaa irraa gara maasiitti goruuf yaalte. Balaʼaam garuu harree sana gara karichaatti deebisuuf ishii rukutuu jalqabe.

  • Lakkoofsa 22:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Harreen sunis maleekaa Yihowaa yommuu argitu dallichatti of riguudhaan luka Balaʼaam dallichatti maxxansite; Balaʼaam ammas ishii rukutuu jalqabe.

  • Lakkoofsa 22:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Harreen sun yommuu maleekaa Yihowaa argitu, utuma Balaʼaam irra taaʼee jiruu ni ciiste; Balaʼaamis baayʼee aaree ulee isaatiin ishii rukutuu jalqabe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi