-
Lakkoofsa 23:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Achiis inni jechama kana dubbate:+
“Yaa Baalaaq, kaʼii dhaggeeffadhu.
Yaa ilma Ziphoor, na dhagaʼi.
-
-
Lakkoofsa 24:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Achiis jechama kana ni dubbate:+
“Dubbiin Balaʼaam ilma Beʼor,
Dubbiin nama ijji isaa baname sanaa,
-