-
Lakkoofsa 23:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Baalaaqis, “Maaloo, bakka isaaniin itti ilaaluu dandeessu kan biraa haa dhaqnu. Muraasa isaanii qofa argita malee, hunda isaanii hin argitu. Achi taʼiitii isaaniin naaf abaari”+ isaan jedhe.
-