-
Lakkoofsa 22:41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 Ganamas Baalaaq Balaʼaamiin fuudhee Baamot Baʼaalitti ol isa baase; innis achi dhaabbatee guutummaa sabichaa arguu ni dandaʼa ture.+
-
-
Lakkoofsa 23:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Achiis Balaʼaam Baalaaqiin, “Bakka kanatti iddoowwan aarsaa torba ijaari;+ achiis qotiyoowwan torbaa fi korbeeyyii hoolaa torba naaf qopheessi” jedhe.
-