LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 23:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Balaʼaamis Baalaaqiin, “Ati asuma aarsaa kee isa gubamu bira turi; ani immoo nan deema. Tarii Yihowaan natti mulʼata taʼa. Anis wanta inni natti mulʼisu kam iyyuu sitti nan hima” jedhe. Achiis gara tabba tokkootti ol baʼe.

  • Lakkoofsa 23:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Balaʼaamis Baalaaqiin, “Achitti hamman isaa wajjin dubbadhutti ati asuma aarsaa kee isa gubamu bira turi” jedhe.

  • Lakkoofsa 23:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Sababiin isaas, namni Yaaqoob irratti raajii hamaa dubbachuu dandaʼu hin jiru,+

      Hoodni Israaʼel irratti hojjetu akkamii iyyuu hin jiru.+

      Yeroo kanatti waaʼee Yaaqoobii fi waaʼee Israaʼel,

      ‘Wanta Waaqayyo godhe ilaalaa!’ ni jedhama.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi