Lakkoofsa 1:52 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 “Israaʼelonni hundi tokkoon tokkoon isaanii akka garee garee isaanii* isa gosa sadi sadiin hirametti,*+ buufata isaaniif ramadame keessatti dunkaana isaanii haa dhaaban. Lakkoofsa 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Israaʼelonni hundi tokkoon tokkoon isaanii faajjii* mana abbootii isaanii biratti akka garee isaanii isa gosa sadi sadiin hiramee+ isaaniif ramadametti haa buufatan. Isaan gara dunkaana walgaʼichaatti garagalanii naannoo isaatti marsanii haa buufatan.
52 “Israaʼelonni hundi tokkoon tokkoon isaanii akka garee garee isaanii* isa gosa sadi sadiin hirametti,*+ buufata isaaniif ramadame keessatti dunkaana isaanii haa dhaaban.
2 “Israaʼelonni hundi tokkoon tokkoon isaanii faajjii* mana abbootii isaanii biratti akka garee isaanii isa gosa sadi sadiin hiramee+ isaaniif ramadametti haa buufatan. Isaan gara dunkaana walgaʼichaatti garagalanii naannoo isaatti marsanii haa buufatan.