Lakkoofsa 24:3, 4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achiis jechama kana ni dubbate:+ “Dubbiin Balaʼaam ilma Beʼor,Dubbiin nama ijji isaa baname sanaa, 4 Dubbiin nama dubbii Waaqayyoo dhagaʼe,Isa mulʼata Isa Hundumaa Dandaʼuu arge,Isa ijji isaa akkuma banametti sagade sanaa kana dha:+
3 Achiis jechama kana ni dubbate:+ “Dubbiin Balaʼaam ilma Beʼor,Dubbiin nama ijji isaa baname sanaa, 4 Dubbiin nama dubbii Waaqayyoo dhagaʼe,Isa mulʼata Isa Hundumaa Dandaʼuu arge,Isa ijji isaa akkuma banametti sagade sanaa kana dha:+