-
Lakkoofsa 25:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Namichi Israaʼel inni dubartii biyya Miidiyaanii wajjin ajjeefame sun maqaan isaa Zimrii jedhama ture; inni ilma Saaluu yeroo taʼu, ajajaa mana abbootii Simiʼoonotaa ture. 15 Maqaan dubartittii biyya Miidiyaan ishii ajjeefamte sanaa Koozbii jedhama ture; ishiin intala Zuur+ yeroo taatu, Zuur biyya Miidiyaan+ keessatti geggeessaa qomoowwan mana abbootii isa tokkoo ture.
-