-
Lakkoofsa 22:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Sana booda Israaʼelonni achii deemanii gammoojjii Moʼaab isa Yerikoo gamatti, Yordaanos biratti argamu keessa buufatan.+
-
-
Lakkoofsa 33:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Dhuma irrattis gaarota Abaariim keessaa baʼanii gammoojjii Moʼaab isa Yerikoo gamatti, Yordaanos biratti argamu keessa buufatan.+
-