Lakkoofsa 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Atii fi Aaron namoota umuriin isaanii waggaa 20 fi isaa ol taʼe+ warra raayyaa waraanaa Israaʼel keessatti tajaajiluu dandaʼan hundumaa akka garee garee* isaaniitti ni galmeessitu.
3 Atii fi Aaron namoota umuriin isaanii waggaa 20 fi isaa ol taʼe+ warra raayyaa waraanaa Israaʼel keessatti tajaajiluu dandaʼan hundumaa akka garee garee* isaaniitti ni galmeessitu.