LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 8:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Sana booda Leewwonni dunkaana walgaʼii keessatti tajaajiluuf ni seenu. Akka kanaan isaan ni qulqulleessita, akkasumas aarsaa asii fi achi sochoofamu gootee isaan ni dhiheessita.* 16 Sababiin isaas isaan warra kennaman, jechuunis warra Israaʼelota gidduudhaa anaaf kennamani dha. Israaʼelota keessaa bakka angafoota* hundumaa+ ani ofii kootiif isaan nan fudhadha.

  • Lakkoofsa 18:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Isiniif kennaa akka taʼaniif Israaʼelota gidduudhaa Leewwota warra obboloota keessan taʼan ofii kootiin fudhadheera.+ Isaan tajaajila dunkaana qulqulluu akka raawwataniif Yihowaadhaaf kan kennamani dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi