-
Uumama 35:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Ilmaan inni Liyaa irraa dhalche, ilma isaa isa angafaa kan taʼe Ruuben,+ achiis Simiʼoon, Leewwii, Yihudaa, Yisaakorii fi Zaabiloon turan.
-
-
Uumama 46:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Ilmaan Yisaakor, Tolaa, Puuwaa, Yoobii fi Shimroon turan.+
-
-
1 Seenaa Baraa 7:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Ilmaan Yisaakor arfan, Tolaa, Puwaa, Yaashuubii fi Shimroon+ turan.
-