-
1 Seenaa Baraa 7:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Ilmaan Tolaa, Uuzii, Refaayaa, Yeriʼel, Yaahmaay, Yibsaamii fi Shemuʼel turan; isaan dura buutota manneen abbootii isaanii turan. Sanyiin Tolaa loltoota jajjaboo turan; bara Daawititti lakkoofsi isaanii 22,600 ture.
-