-
Roomaa 10:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Haa taʼu malee, Kitaabni Qulqulluun maal jedha? “Dubbichi sitti dhihoo, jechuunis afaan kee keessaa fi garaa kee keessa jira”;+ kunis, “dubbii” amantii isa nuti lallabnu dha.
-