-
Abbootii Murtii 6:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yeroo kanatti Giidewon akkana isaan jedhe: “Dhiifama naa godhi gooftaa koo, Yihowaan nuu wajjin jira utuu taʼee, wanti kun hundi kan nu irra gaʼu maaliifi?+ Gochawwan isaa warri dinqisiisoon abbootiin keenya, ‘Yihowaan biyya Gibxii keessaa nu hin baasnee?’+ jedhanii nutti himaa turan+ sun hundi meerre? Amma Yihowaan nu dhiiseera;+ harka Miidiyaanittis dabarsee nu kenneera.”
-