LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 24:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Sana booda kitaaba kakuu sana fuudhee sagalee isaa ol kaasee sabichaaf dubbise.+ Isaanis, “Wanta Yihowaan dubbate hundumaa raawwachuuf fedhii qabna; ni ajajamnas” jedhan.+

  • Keessa Deebii 8:12-14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ati nyaattee yommuu quuftuu fi manneen gaggaarii ijaarrattee yommuu keessa jiraattu,+ 13 horiin kee fi bushaayeewwan kee yommuu horan, meetiin kee fi warqiin kee yommuu baayʼatu, akkasumas wanta hundumaa baayʼinaan yommuu argattu, 14 garaan kee boonee+ Waaqa kee Yihowaa isa biyya Gibxii keessaa, mana garbummaa jalaa si baase,+

  • Keessa Deebii 29:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kakuu inni Horeeb keessatti isaanii wajjin galeen alatti, dubbiin kakuu Yihowaan biyya Moʼaab keessatti saba Israaʼelii wajjin akka galu Musee ajaje kana dha.+

  • Nahimiyaa 9:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 “Haa taʼu malee, isaan siif ajajamuu didan; si irratti fincila kaasan;+ Seera kee irrattis dugda isaanii ni garagalchan.* Raajota kee warra gara keetti akka deebiʼan isaan akeekkachiisaa turan ni ajjeesan; gochawwan tuffii guddaa argisiisanis ni raawwatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi