Faaruu Ermiyaas 1:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yaa Yihowaa, dhiphina guddaa keessa akkan jiru ilaali. Marʼimaan* koo ni raafama. Ani guutummaatti ajajamuu waanan dideef,+ garaan koo na keessatti jeeqameera. Alaa goraadeen ni fixa;+ mana keessas duʼatu jira.
20 Yaa Yihowaa, dhiphina guddaa keessa akkan jiru ilaali. Marʼimaan* koo ni raafama. Ani guutummaatti ajajamuu waanan dideef,+ garaan koo na keessatti jeeqameera. Alaa goraadeen ni fixa;+ mana keessas duʼatu jira.