-
Maatewos 13:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Ija isaaniitiin arganii, gurra isaaniitiin dhagaʼanii, garaa isaaniitti ergaa isaa hubatanii akka hin deebinee fi anis akkan isaan hin fayyisneef, garaan saba kanaa didaa taʼeera; gurri isaanii ni dhagaʼa, garuu deebii hin kennan; ija isaaniis dunuunfataniiru.’+
-