Keessa Deebii 4:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Waaqni dhugaan Yihowaa taʼuu isaa akka beektaniif, wantoonni kun isinumatti argisiifamaniiru;+ isa malee kan biraan hin jiru.+
35 Waaqni dhugaan Yihowaa taʼuu isaa akka beektaniif, wantoonni kun isinumatti argisiifamaniiru;+ isa malee kan biraan hin jiru.+