-
Baʼuu 18:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Museen guutummaa Israaʼel keessaa namoota gaʼumsa qaban filatee ajajjoota kumaa, ajajjoota dhibbaa, ajajjoota shantamaa fi ajajjoota kudhanii godhee sabicha irratti isaan muude.
-
-
Baʼuu 19:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kanaafuu, Museen deemee jaarsolii sabichaa walitti qabuudhaan, wantoota Yihowaan isa ajaje kana hundumaa isaanitti hime.+
-