-
Lakkoofsa 26:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kanneen kun maatiiwwan Ruubenotaa turan; isaan keessaa kan galmeeffaman walumaa galatti 43,730 turan.+
-
-
Iyyaasuu 13:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Achiis Museen akka maatii maatii isaaniitti gosa Ruubenotaatiif dhaala ni kenne;
-