Uumama 49:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Inni* isa Waaqa abbaa kee taʼe sana irraa kan argame dha; inni si gargaara; inni Isa Hundumaa Dandaʼuu wajjin jira; Waaqayyo eebba samii gubbaatiin, eebba gad fagootiin,+ eebba harmaa fi gadameessaatiinis si eebbisa.
25 Inni* isa Waaqa abbaa kee taʼe sana irraa kan argame dha; inni si gargaara; inni Isa Hundumaa Dandaʼuu wajjin jira; Waaqayyo eebba samii gubbaatiin, eebba gad fagootiin,+ eebba harmaa fi gadameessaatiinis si eebbisa.