47 Haa taʼu malee, naannoon Daan baayʼee waan isaanitti dhiphateef,+ isaan ol baʼanii Lesheemiin+ waraananii qabatan; achiis goraadeedhaan ishii rukutan. Sana booda dhaalaan fudhachuudhaan ishii keessa buufatan; maqaa Lesheemis Daan jedhanii maqaa abbaa isaaniitiin moggaasan.+